Seenaa Hayyoota Addunyaa pdf

broken image

ĝhiirti waa sadi dandeessee, waan sadi dadhabde:-ġ.ěilaaluu gurguddoo keessa deemteeti, cirracha tokko kan kophee keessa seene dadhabde.Ģ. Qabeenyi waan lubbuu qabaati, yooniif doyna/doqnatti goreen waan lubbuu dhabaati. Gudeedni kormaa waan lubbuu qabaati, masheenatti goreen waan lubbuu dhabaati.ģ. Seenaan waan lubbuu qabaati, yoo gowwatti himan waan lubbuu dhabaati.Ģ.  Waa sadi waan lubbuu qabaatu, waa sadiin lubbuu dhaba:-ġ. Mee arraan tana jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa nu hordofaa.

broken image

dubbisanii ‘like’ ‘share’ ‘comment’ godhuun dirqama sabummaati.Īshamaa harka fuune jaalatamtoota, kabajamtoota ilmaan oromoo? Nagayni badhaadha? Alaa manni, aalii ollaan fayyaadha? Baraa bariin, daagaa argaadni nagayaa?

broken image

Hubachiisa:- yoo akka dubbifteen ‘like’, ‘share’ fi ‘comment’ godhuu baatte dubbisuun hin hayyamamu.

broken image